Waraanni mootummaa Itoophiyaa fi hidhattoota Waraanaa BIlisummaa Oromoo (WBO) gidduutti kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti gaggeefamu ji'a tokko dura marii nagaan fala argachuuf abdii hore booda ...